Taammanaa Bitimaa irraa | Amajjii 2, 2014
DURADUBBII
Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kanaan dura dhaamsa kanatti aanee jiru isiniif dabarseen ture: “kunoo harra irraa jalqabeen mataduree ”KORBOO SHEEKKOTAA”, jedhamu kana jalatti sheekkota gaggabaaboo (“short stories”) tan addaddaa isinii dhiyeessuuf yaala. Egaa kunis akkuma yeroon naaf hayyametti. Isin warri kana duukaa-buutanii dubbiftan akka itti gammaddan abdiin qaba.” Dabaleesoo, yeroo dabre sheekkonni:
- HARKA TOLAA BALLEESSUU DIDE, fi
- WALLAALUMMAAN BOONAA, jedhaman akka mandheedhuma tana irratti bayan kabajaanan isin yaadachiisa.
- QALQALLOO SOBAA