December 31, 2013 (VOA News) –Ethiopia says South Sudan’s government and rebel leader Riek Machar are sending delegations to Addis Ababa for peace talks.
The Ethiopian government announced the negotiations Tuesday, the day the East African bloc IGAD had set as a deadline for the two sides in South Sudan to hold face-to-face negotiations.
More than two weeks of violence in South Sudan continued Tuesday with fresh fighting in the key city of Bor, which government forces recaptured from rebels last week. The French news agency quoted a rebel spokesman as saying fighters backing Machar had re-taken control of Bor.












Walgahiin ummataa guyyaa 12/08/2013 magaala Phoenix, Arizona tti taa’ame injifannoo guddaan xumurameera. Walgahiin kuun kan qophaahe dargaggoota oromoo Phoenix jiraataniin yeroo ta’u kaayyoon isaas Haawaasa Oromoo haala adda addaan faca’ee turee deebisani ijaarudha. Walgahi kana irratti ummatni heeddumminaan bahee qooda kan irraa fuudhate yeroo ta’u senaa haawaasa Oromoo naannoo kanaa keesatti qophiin guuddaa akkasi qophaahuun waggaa heedduun booda isa jalqabaa ta’u hirmaattoonni sagantichaa ibsani jiru. Ummata walgahi kanarratti argameef keessuummaa kabajaa ta’udhaan kan haasaa goodhan Obboo kediro Amme fi Dr. Warquu Buurraayyuu tuuran. 













