Gurraandhala 18,2014 Haromayaa
Diddaan Uummata Oromoo mootummaa wayyaanee irratti gaggeeffamu jabaachaa dhufuun Yuunivarsiitii Haramaayaa keessatti barattootni nyaata lagachuun sirna mootummaa wayyaanee mormuu itti fufan. Dhaadannoowwan mootummaan wayyaanee hidhaa fi ajjeechaa haa dhaabu, kanneen ajjeesanis seeratti haa dhiyaatan jedhus jabaatee itti fufee jira.
1. Obbo Abdurhaman Mohaammed Itti gaafatama Shiiftii nyaataa
2. Kamaal Ahmed hojjetaa mana nyaataa
3. Gizaachoo Damissee hojjetaa mana nyaataa
4. Raffisaa Geetachoo barataa Water Engineering waggaa sadaffaa keessatti argamu.
2. Kamaal Ahmed hojjetaa mana nyaataa
3. Gizaachoo Damissee hojjetaa mana nyaataa
4. Raffisaa Geetachoo barataa Water Engineering waggaa sadaffaa keessatti argamu.
Mootummaan Wayyaanee shira kamuu dalaguun diddaa dura dhaabbachuuf yaalus diddaan Barattootaa fi Uummataa daran jabaatee itti fufee jira.
No comments:
Post a Comment