Saturday, November 9, 2013

Ilkaan Socho’e Buqa’uun Hin Oolu!!!

Nama Mammaaksa Abbootii keenyaa qofaa dubbatu odoo hin taane, Nama Mammaaksa bara kana keessaa uumu nu haa taasisu yoon jedhe eebba hin ta’u laata ? “ILKAAN SOCHA’EE, BUQQA’UUN HIN OOLU” Mammaaksi jedhu , carraa Ilkaan socha’ee kana buqqisuuf qabnu lama ta’uu nu akeeka jedheen yaada.(hiikkaa miti) Inni tokko , dhukkubbii ilkaan socha’u uruursaa hanga buqqa’utti eeggachuu, ykn ega socha’ee buqqa’uun isaa hin ooluu maaliifan dhukkubaan rakkadha ? jedhanii of irraa calaasuudha.
Filannoon kun Abbaa dhukkuba Ilkaaniin hiraaraa jiru irrati hundaa’a. hiraaraa jiraachuu irra jedhee yoo murate, dhukkubbii yeroo buqqifamu sana dandamatanii of irraa buqqisu, yk hiraara yeroo gabaabduu sana sodaatanii uruursaa jiraatanii , ofis maatiis yaaddeessaa jiraachuudha.
Guutuu barruu kanaa argachuuf:- ILKAAN SOCHA’EE BUQQA’UUN HIN OOLU !!!!!.docx

No comments:

Post a Comment