Sunday, February 16, 2014

New Book in Afaan Oromoo: Amna Dheeraa [Kindle Edition]


Daani’eel Tafarraa Dibaabaa (Author), Jaalala Biyyaa (Editor)

Book Description

Publication Date: February 14, 2014
This is a short fiction ebook in Afan Oromo that introduces the reader to the life of the characters from elementary school to adult life.This ebook is one of the first ebooks in Afan Oromo. The book is based on true stories and is intended to entertain the reader. In the book, the reader revisits the realities of lives of Oromo youths as they transition from childhood under the protection of their families to a state where they start to believe they have national roles to play, injustices to correct or all of a sudden find themselves in trouble due to moving to new environments where they are less understood…
Kindle Price:$9.99
At Amazon

Amna Dheeraa

Galata: Asoosamni kun yaadannoo lamiilee Oromoo walabummaa biyya saanii fi bilisumma saba isaaniif qabsaa’uun wareegama gara garaa baasanii fi ammas baasaa jiranniif ta’a. Asoosama gabaabaa kana yeroon barreessutti yaadaa fi gorsaan na bira dhaabachuun hamilee kan naaf kennan maatii koo, hiriyyoota koo, saba koo fi lammiilee biyya alaa baayeen galateefadha. 
Akkasumas lammiilee jireenya isaanii dhugaaf falmuun dabarsan fi jireenyi isaanii asoosama gabaabaa kana keessatti calaqqise mara onnee koorraa galateeffachuun barbaada. Ittaansuun WBO jireenya mataa isaanii dhiisuun walabummaa uummata Oromoof falmaa hadhaawaa gochaa jiraniif kaayyoo ganamaa bakkaan geenyu malee qabsoon itti fufa dhadhannoo isaanii godhataniif galata dhiheessaa kitaaba kana isaaniif gumaacha. Hunda caalaa garuu Waaqayyo isa lubbuu koo eegee waa hedduu keessa na dabrsee fi na gargaare nan galateeffadha.
Daani’eel Tafaraa Dibaabaa, 2014      source (  http://ayyaantuu.com/articles/new-book-in-afaan-oromoo-amna-dheeraa-kindle-edition/   )

No comments:

Post a Comment