Saturday, November 30, 2013

Barataa Sabboonaa Oromoo Yuuniversitii Gondar Keessatti Oromummaan Yakkamee Wareega Kafale.

Maqaa :-Anteeneh Asfawuu Leggesee

Bara Dhaloota isaa:-Fulbaana 1/1983 A.L.H tti.

Bakka Dhalootaa:- Godina Diillaa Aanaa Fissaah Gannat ganda 02.

Ethiopian workers forced out of Saudi Arabia


1_2192430
November 30, 2013 (Arabia MSN News) — ‘I have witnessed terrible things,’ one young man said at the airport in Addis Ababa after arriving from Saudi Arabia. ‘Saudi youth militias did bad things to us Ethiopians.

Kitaboota Dhaloota Qubee Beekan Gulummaatiin Barreefaman

                                                                                                                       Sadaasa 30, 2013
Dhaloonni qubee har’as ta’e bor kanarra caalchisee hojii seenaa qabeessa dalaguudhaaf kutannoo guddaadhaan ittuma jira.  Kitaabonni barreeffamuun ammayyuu hinjalqabamne.  Galaana ittifamuu hindandeenyetu Oromiyaarra ka’ee jira.  innis dhaloota haaraa (Qube Generation) kanadha.  Dhaloonni kun bu’aa qabsoo gootonniifi hayyoonni Oromoo kaleessa isaaf jecha kufan kana bakkaan ga’uuf hojjechaati jira.

Friday, November 29, 2013

FILANNOO 2015 DURA ABO LAAMSHEESSUU !!!!!!!!!!!

FINIINEE  FINFINNEE (1991)         |  Sadaasa 29, 2013
GULLALLEETI
Sochii siyaasaa keessatti odeeffannoon bakka ol aanaa qaba. odeeffannon guddaadha , xiqqaadha hin jedhamu. Warri muuxannoo ga’aa qaban akkas jedhu.”ODEEFFANNOON HIN TUFFATAMU, HIN JAJAMU” jedhu.diina mo’achuuf tarkaanfiin jalqabaa odeeffannoo argachuu fi haala odeeffannoo irratti hundaa’uun irratti hojjachuudha. Kana dhalli Oromoo hundi bakka jiru maratti waan of eeggachuu fi shira diinaa kana fashalsee irra aanuuf irratti hojjachuu qaba. Yoo siyaasa keessa hin jirru ta’e illee , waan sabummaa keenya irratti hojjatamu odoo ijaan arganii BIRA taruun yakka. Rakkoo yertuu nu keessa jirruuf jennee, ykn wal dhabbii sadarkaa dhunfaatti wal irraa qabnuuf jennee, Qabsoo obboleyyan keenya itti dhumaa jiranii fi hiraaraa jiran yennaa miidhamu ilaaluun wallaalummaadha. Odeeffannoo walii laachuun lubbu walii oolchuu ta’uu habadhaatii bakka jirtanitti diina mana keenya seenee nu diiguu fi qabsoo keenya kolaasuuf yaalu irraa ofis , ummata keessanis, dhaaba keessanis  tiksaa. 

Thursday, November 28, 2013

Mootummaan Wayyaanee Baha Oromiyaa Godina Harargee bahaa aanaa Midaagaa keessatti uummata Sumaalee fi Oromoo walitti buusaa jira.

Sadaasa 29,2013 Gabaasa Qeerroo Dirree Daawa
Wayyaaneen TPLF tooftaa biyya goolu kanneen itti dhimma bahu keessaa tokko sabaa fi sablammiiwwan biyyattii walitti buusuun tokkummaa uummata Impaayera Itoophiyaa keessaa diiguu dha. Haala kana milkeessuuf uummata nagaa walitti buusaa kan ture Baha Oromoo uummata Oromoo fi Sumaalee walitti buusuuf lafa Oromiyaa irraa kutuun uummata Sumaalee qubachiisaa jira. Uummatni Oromoo naannoo daangaa kanaa jiraatan lafti kun keenya jedhanis waraana kumaatamaan bobbaasuun uummata Oromoo irratti miidhaa daangaa hin qabne gaggeessaa jira.

Highlights,Papers of Oromo Participants at African Studies

November 28, 2013 (Oromo Press) – This is a sequel to the earlier post “Oromo Studies Representation at African Studies Annual Meeting.” To show how scholars on the Oromo People and the Horn of Africa are pushing the boundary in the struggle for knowledge production in a world that deliberately suppresses knowledge production for people like us, we have provided the highlights and papers from the African Studies conference.

Wednesday, November 27, 2013

Oromoonni Jiraattoti magaala Buraayyuu ta’an qe’ee irraa buqqifaman,Bulchitooti gandaas hojii irraa arihaman.

Sadaasa 28,2013 Finfinnee
OPDO.jpg saamtuu
Mootummaan Wayyaanee erga aangootti olbahee uummatni Impaayera Itoophiyaa keessaa nagaa waaraa guyyaa takka illee argatee hin beeku.

Ethiopia: Top human rights watchdog investigates Ethiopia and Botswana

November 27, 2013 (Survival International) – The African Commission on Human and Peoples’ Rights (ACHPR), the region’s top human rights body, has called for the forced relocation of thousands of tribal people in Ethiopia to be halted, and has raised concerns over the denial of rights of Botswana’s Bushmen.
The Commission urged Ethiopia to stop the forced resettlement of the Lower Omo Valley tribes to make way for vast plantations, while it investigates allegations of human rights violations.

Tuesday, November 26, 2013

Barataan Oromo Marketing Waggaa 3ffaa Yuunivarsiitii Gondar keessatti Ajjeefamee fi Kanneen Kaan Hidhamuun Gaaffii Mirgaa Barattootaa Duubatti Hin Deebifne,FDG Dhaadatnoo” WE NEED FREEDOM” Jedhuun Itti Fufe.‏

Sadaasa 27,2013 Gabaasa Qeerroo Uni,Gonder
OromiaALutaContinua2011FDG
Waraanni Wayyaanee TPLF Yuunivarsiitiiwwanii fi nanneen barnoota biyyattii keessa jiran rasaasaan tiksuu kan eegale umrii yeroo bittaa Wayyaanee waliin wal gita. Yuunivarsiitii Gondar keessattis waraanni Wayyaanee rasaasaan barattoota tiksu barataa Oromoo Anteenee Asfaw barataa Marketing waggaa sadaffaa rasaasaan kan ajjeesan yoommuu tahu barattootni gamtaan Bilisummaa barbaadna” WE NEED FREEDOM” dhaadannoo jedhu dhageessisuu irratti argaman.

Biyyaa Ormaa keessatti dhalatanii guddachuun biyya ofiif quuqamuu nama hin dhorku

Tuujubee Horaa
biyyofii
November 26, 2013, WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Ijoolleen biyyootii alaa keessatti dhalatanii guddatan yeroo hedduu naannoo maatiin isaanii irraa dhufan yoo dhaqanii hin argin, haalli jireenyaa fi barnootaa kan ofii keessa jiran itti fakkaachuu mala.

Naannoo hidda dhalata isaanii dhaqanii yeroo daawwatan kan isaan argan tilmaama isaanii ala ta’ee argu. Arguun amanuu dha akkuma jedhan shamarreen nuti haasofsiisne Urgee Dinagdee kan ija iseetiin argite ijoolleen ganda maatiin ishee keessaa dhufan itti jiraatan boqonnaa na dhorkee jette.

Monday, November 25, 2013

Waraanni Wayyaanee maqaa sakatta’insa jedhuun baadiyyaa keessa bobba’e uumata saamuu fi humnaan gudeedduun yakka daangaa hin qabne hojjechaa jira.

Sadaasa 25,2013 Finfinnee

Qeerroo bilisummaa
Bara dhumaatii abbaa irrummaa isaa keessa mootummaan Wayyaanee waan hojjetu walaaluun bujaajjauu irraan darbee kadhaa biyyoottan alagaa irraa argamuun bittaa umrii isaa dheereffachuuf tattaafachaa ture.

From Abba Bahrey to Dr. Berhanu Nega’s ESAT and Gimbot-7 – Irrational Fear of the Oromo (Oromo-Phobia) at the Center of Hateful Campaign of Defamation Against Oromo Human Rights Activists

From the Editor’s Notebook
Anyone, who has paid attention to the Horn of African social media over the last few days, can notice the ongoing hateful campaign of defamation against Oromo human rights activists; a video of a minute and 40-seconds long is being used to propagate Oromo-phobia.

Diddaa Barattootaan Wal-Qabatee Yuunivarsiitii Gonder Keessatti Mootummaan Wayyaanee barataa Oromoo yakka tokkoon malee ajjeeste.


Sadaasa 25,2013 Gabaasa Qeerroo Yuni Gondar
Mootummaan Wayyaanee ilmaan Oromoo keessumaa ammoo barattoota Oromoo hidhaa fi ajjeesaa kan as geesse ammas ittuma fufuun Yuunivarsiitii Gondar keessatti barataa Oromoo ajjeeste. Barataan Oromoo Asrat jedhamu barataa FBE marketing tahee waggaa sadaffaa baratu yakka tokko malee mooraa Yuunivarsiitii Gonder keessatti ajjeefamee jira. Barattootni Oromoo gumaa ilma keenyaa ni baafna jechuun diddaa dhageessisuu irratti argamu.

Ethiopia Push to Lure Farm Investment Falters on Flood Plain


Employees at a Saudi Star Agricultural Development Plc rice farm work in a paddy in Gambella, Ethiopia, on March 22, 2012. Photographer: Jenny Vaughan/AFP via Getty Images
Employees at a Saudi Star Agricultural Development Plc rice farm work in a paddy in Gambella, Ethiopia, on March 22, 2012. Photographer: Jenny Vaughan/AFP via Getty Images
November 25, 2013 (Bloomberg BusinessWeek) — Gleaming Deere & Co. (DE:US) tractors and harvesters are sitting idle five years after Karuturi Global Ltd. (KARG) opened a farm in Ethiopia that was hailed as the poster child of the country’s plan to triple food exports by 2015.
Eighty percent of the Bangalore-based company’s land in the southwestern Gambella region is in a flood plain, meaning its 100,000-hectare (247,100-acre) concession is inundated by the Baro River for up to seven months of the year, according to Managing Director Ramakrishna Karuturi. The company was unaware of the extent of the flooding when it leased the land, he said.
“Karuturi, like many other large-scale investors, underestimated the complexity of opening land for large-scale commercial agriculture,” Philipp Baumgartner, a researcher at the Bonn, Germany-based Center for Development Research who wrote a doctoral thesis on agriculture in Gambella, said in a Nov. 20 response to e-mailed questions. “The land leased out wasn’t properly assessed by either of the contracting parties.”

Sunday, November 24, 2013

The Oromoo Cultural Principles: First among Equals

  By Iddoosaa Ejjetaa*                                                         | November 24, 2013
Introduction
Culture is a manifestation of collective experience, achievements in the form of art, custom, social institution, belief system, and etc. To understand a culture is understanding a society. Culture may change as the needs for a society change or/and as a society goes through a process of cultural destruction caused by external or/and internal factors. The primary goal of colonialism is destroying identity by taking a direct attack on indigenous people’s cultural identities: social and cultural institutions, religious symbols, moral and aesthetics values and indigenous knowledge.

Saturday, November 23, 2013

S.Arabiyaa Keessatti Gochaa Sukkanneessaa Oromoo fi Saboota Biroo Irratti Raawatame Mormuun Oromoonni Oslo, Norway keessatti Hiriira Bahan

S.Arabiyaa Keessatti Gochaa Sukkanneessaa Oromoo fi Saboota Biroo Irratti Raawatame Mormuun Oromoonni Oslo, Norway keessatti Hiriira Bahan

Extraordinary Ethiopia – ancient, booming but undemocratic

By Richard Dowden
November 22, 2013 (Rainbow Ethiopia)) — When you say to people in Britain: “I’ve just been in Ethiopia”, they give you a look which says: “Poor you. Was it too terrible to talk about?”
That is the trouble with the modern media. Faraway places of which we know little are only shown to us when something bad happens. In the case of Ethiopia, the 1984 famine and subsequent hungers have fixed its image in the global mind. It is as if the image of the collapsing Twin Towers in 2001 typified America. But of course we have other, more positive, images of America but none of Ethiopia. So I tell them: “Ethiopia? It’s great. It’s Booming!”

“AMMA CUFATANITTI , NI DONGORATU”

Y.G(2005) kutaa 2ffaa | Sadaasa 23, 2013
Qabsoon Oromoo kan keessa dabre irraa barachuun dirqii itti ta’a. har’a waan irraa barachuu dandeenyu argachuuf, muuxannoo eenyullee qorachuun nu hin barbaachisu. Qalbii haqaa yoo qabaanneef, waan nuuti keessa dabarre irraa, warra kaaniif dhaamnu hedduutu jira. Bu’aa ba’iin qabsoo OROMOO keessa dabraa jiru salphaa miti. Jaallannus jibbinus Addunyaa haala hammaataa keessa jirtu keessa jirra. Gaaffiin keenya kana keessaan akkamiin milkaa’aa ? jedhanii irratti hojjachuuf qooda ilmaan Oromoo hundaa gaafata. Inni Qabsoo Oromoo cichoominaan gaggeessaa jirus, inni sababaa gara garaan keessaa ba’ees , inni qabsoo Oromoo akka kubbaa miilaa taa’ee daawwataa jirus, inni lakkii dhiiga ofii waliin dhaabbachuun bakka dhabuudha jedhee mana namaa keessatti rakkataa jirus,inni maaltu na dhibeen keessaa ba’ee addunyaa biraa keessa jirus, inni mee karaa kana yoo ta’e jedhee yaalaa jirus….hundumtuu, har’a Ummata kanaaf furmaati maal akka ta’e kan wallaale hin jiru.

Racism and Hate Running Through the Streets: Ethiopian Migrants Victimized in Saudi Arabia

  by GRAHAM PEEBLES
November 23, 2013 (Counter Punch) — In the last 10 days persecution of Ethiopian migrant workers in Saudi Arabia has escalated. Men and women are forced from their homes by mobs of civilians and dragged through the streets of Riyadh and Jeddah. Distressing videos of Ethiopian men being mercilessly beaten, kicked and punched have circulated the Internet and triggered worldwide protests by members of the Ethiopian diaspora as well as outraged civilians in Ethiopia. Women report being raped, many repeatedly, by vigilantes and Saudi police. Ethiopian Satellite Television (ESAT), has received reports of fifty deaths and states that thousands living with or without visas have been detained awaiting repatriation. Imprisoned, many relay experiences of torture and violent beatings.

Thursday, November 21, 2013

In repressive Ethiopia, new ‘Blue Party’ struggles to offer a choice

With 1,000 Ethiopian laborers being sent home daily from Saudi Arabia, the opposition party is channeling popular outrage

By Will Davison, Correspondent
Faisal Al Nasser/Reuters
Faisal Al Nasser/Reuters
November 21, 2013, ADDIS ABABA, ETHIOPIA (Christian Science Monitor) — Ethiopia is a definite success story in expert opinion about post-cold war Africa. The civil strife that wreaked havoc and made headlines in the 1980s has disappeared. Investments in roads, health, education, and water have improved the daily life of millions.
Yet Ethiopia’s ruling coalition seems intent on maintaining a tight grip on power until its project to transform Africa’s second-most populous nation into a middle-income country is complete.
That authoritarian control makes any opposition difficult – though of late a group called the Blue Party, made up of young Ethiopians who describe themselves as progressive, have attempted to move, if not shake, the nation’s politics in ways not seen here for a decade or more.

Waamicha Hiriira Mormii (Oslo, Norway) – Sadaasa/November 22, 2013

Akkuma hundi keessan quba qabdanitti lammiiwwan keeyna biyya Saudi Arabia jiran miidhaan guddaan irra gahaa jira. Gocha raawwatameefi raawwachaa jiru kana balalefachuufi akka dhaabbatus gaafachuuf gaafa Jimaataa, guyyaa 22.11.2013 Embassy Saudi Arabia fi Ministeera dhimma alaa Norge fulduratti IHOOn hiriira mormii qendeessaa jira. Kanaafuu guyyaa jedhame kana sa’aa 10:30 bakka Trafikanten jedhamutti walgeeyna. Sa’aa 11:00 tti mormii keeyna Embassy Saudi Arabiatti, Drammensveien 102H, dhageessissun miidhaan lammiiwwan keeyna irra gahaa jiru akka dhaabbatu haagaafunnu. Kara embassy Saudi deemuf trikk lakk 13 qabachuudhan buufata “Nobelsgate” jedhutti bu’uun nidanda’ama. Nuti miseensotni waaldaa hawaasa Oromoo biyya norway gochaa mootumman Sawudii lammiiwwan keenya irraan gahe jechaa fi miira dandaa’mu hundaan balaalefatna. Aarii fi gadda nutti dhagaame hundaa ibsuun gochaa suukanneesaa, gochaa hammeenyaa mootummaan biyya sanatiin uummata keenya irraatti raawwate ni balaaleftna.

OLF Info Desk: Statement on the Ongoing Harassment Against Immigrants in Saudi Arabia

በባእድ ኣገራት የጥቃት ሰለባ ለሆኑት ስደተኞች ዋነኛው ተጠያቂ የኣገር መሪ ነኝ ባዩ የወያኔ ስርኣት ነው
ኣብዛኞቹ ኦሮሞ የሆኑ የተለያዩ ብሄር ብሄረሰብ ተወላጆች ባገራቸው ሰርተው ማደግ ተስኖኣቸው በያመቱ ወደ ጎርቤትና ሩቅ ሃገራት ይሰደዳሉ። ኣብዛኞቹ በህገ ወጥ መንገድ ድንበር ኣሳብረው ጎሮቤት ኣገራት ይገባሉ። ጎሮቤት ኣገራቱ ውስጥም የወያኔ መንግስት ተጽእኖ ኣላሰራ ሲላቸው ለደህንነታቸው ሰግተው ርቀው ለመሄድ ሲሉ የከፋ ኣደጋ ያጋጥማቸዋል። በዚህ ሁኔታ በሱዳን፣ ሶማሊያ፣ ሶማሊ ላንድ፣ ፑንት ላንድ፣ ጅቡቲ፣ ኬንያ፣ ደቡብ ሱዳን፣ የመን፣ ሳውዲ ኣረቢያ፣ ዱባይ፣ ባህሬን፣ ሊባኖስ፣ ቃታር፣ ግብጽ እና ደቡብ ኣፍሪካ በመሳሰሉት ኣገራት ውስጥ ተሰድደው የሚገኙ ከኦሮሞና ከሌሎችም ብሄር ብሄረሰብ የሆኑ ዜጎች ብዛት በመቶ ሺዎች የሚገመት ነው።
ከነዚህ ስደተኞች ገሚሶቹ በፖለቲካ ችግር ሳቢያ የሚወዷትን ኣገራቸውን ለቀው የወጡ ናቸው። የተቀሩትም ባገራቸው ሰርተው የመለወጥና ራሳቸውን ችለው ቤተሰቦቻቸውን የመደገፍ እድል ተነፍገው ለተሻለ የስራ እድል ርቀው የሄዱ ናቸው። ባገራቸው ነግደው፣ ኣርሰው፣ ኣርብተው ኣልያም ባላቸው ሞያ ኣገልግለው እንዳይለወጡ ስልጣን ላይ ያለው ስርኣት እንቅፋት ሆነባቸው። የወያኔ መንግስት ባገራቸው ከማናቸውም መንግስታዊ የፖለቲካ ጉዳዮች ነጻ ሆነው ሰርተው መሻሻል የሚፈልጉትን ዜጎች የግድ የፓርቲዬ ኣባል ካልሆናችሁ እያለ ያስፈራራቸዋል። ይህን የማይቀበሉትን በሰበብ ኣስባቡ ኣደናቅፎ የስራ እድል ይዘጋባቸዋል። ኣርሶ ኣደሮቹን የማዳበሪያና የምርጥ ዘር ዋጋ ያስወድድባቸዋል ኣልያም ከናካቴው ይከለክላቸዋል። ነጋዴዎቹን ውሃ ቀጠነ ብሎ በማስቸገር የንግድ ፈቃዳቸውን ከነጠቀ በሁዋላ ይህን ያህል ሺ ገንዘብ ካልከፈልክ ኣታገኝም ይላቸዋል። ወደ ንግዱ ኣለም ለመግባት ያላቸውን ሃብት ኣስይዘው ከባንክ ገንዘብ መበደር የሚፈልጉትን በቅድሚያ የፓርቲያችን ኣባልነት መታወቂያ ኣምጣ በማለት ያሰናክላቸዋል። እነዚህ እንቅፋቶች ዜጎች ባገራቸው ሰርተው ራሳቸውንም ሆነ ኣገራቸውን እንዳያሳድጉ በማደናቀፍ ልባቸው ስደት እንዲመኝ ገፋፉ። ከኢትዮጵያ እየወጡ ወደተለያዩ ኣገራት ስራ ፍለጋ የተሰደዱ ዜጎች ቁጥር ከማናቸውም የጎሮቤቶቻችን ኣገሮች ልቆ የሚገኝበት ምክንያትም በዚህ ኣይነቱ የመንግስት ተጽእኖ ሳቢያ ነው ቢባል ማጋነን ኣይሆንም።
እነዚህ ስራ ፍለጋ የሚንከራተቱ ዜጎች የኢትዮጵያ ዜጎች እስከተባሉ ድረስ በደረሱበት ሁሉ ደህንነታቸውን የመከታተል ሃላፊነት የወደቀው ኣገር መሪ ነኝ በሚለው የወያኔ መንግስት ጫንቃ ላይ ነው። የወያኔ ህወሃት መንግስት ግን በኣንጻሩ ስደተኞቹ በደረሱባቸው ኣገራት ለሰብኣዊ ፍጡር የማይገቡ የጭካኔ እርምጃዎች ሰለባ እንዲሆኑ በማድረጉ ሴራ ውስጥ በቀጥታም ባይሆን በተዘዋዋሪ ተሳታፊ መሆንን መረጠ። በተለያዩ ጊዜያት ዜጎች ለስራ ፍላጋ በተሰደዱባቸው ኣገራት ተገድለው ሬሳቸው ጎዳና ላይ ሲጣል፣ ደማቸው እንደ ውሻ ደም የትም ሲፈስ ወያኔ ይህ ለምን ሆነ ብሎ ሲጠይቅ ኣልተሰማም። ሰርተው ለመቀየር ያለሙ የኣገራችን ሴቶች ለግርድና ስራ ወደ ኣረብ ኣገራት ተሰድደው በጭካኔ ሲገደሉ፣ ሲደፈሩና ያፈሩትን ጥሪት ሲነጠቁ በተደጋጋሚ ተሰምቷል። ኣንዳንዶቹ ምሬት ጠንቶባቸው ከፎቅ ላይ ራሳቸውን ወርዉረው ነፍሳቸውን እንዳጠፉም ይታወቃል። ከኣንድ ኣመት ገደማ በፊት ኣለም ደቻሳ የተባለች የኦሮሞ ተወላጅ በቤይሩት ጎዳና ላይ በኣገሬው ሰዎች እንደ እባብ ስትቀጠቀጥ የሚያሳይ ቪድዮ በ ዮቲዩብ መለቀቁ ይታወሳል። ኣለም በወቅቱ እነዚያ ኣረመኔ የኣረብ ወጣቶች የሴትነት ክብሯን ደፍረው እርቃኗን ጎዳና ለጎዳና እየጎተቱ ሲጫወቱባት እዚያ ኣገር የሚገኘው የወያኔ ኤምባሲ እንዲደርስላት እያለቀሰች ስትማፀን በዚያው ቪድዮ ላይ ተስምታለች። ኤምባሲው ግን ኣልደረሰላትም። የሚገርመው ደግሞ ኣለም ደቻሳ ላይ እንዲህ ያለው ዘግናኝ በደል የደረሰው የወያኔ ኤምባሲ ካለበት ሁለት መቶ ሜትሮች ብቻ ርቆ በሚገኝ ስፍራ ላይ መሆኑ ነው። የወያኔ መንግስት በዚህ ኣንገብጋቢ ጉዳይ ላይ የኣገሪቷን መንግስት የጠየቀው ነገር ኣልተሰማም።
በቅርቡም እንደሚታወቀው ሳዉዲ ኣረቢያ ውስጥ በስራ ላይ ተሰማርተው ይኖሩ በነበሩ የኢትዮጵያ ዜጎች ላይ ኣስነዋሪ የጭካኔ እርምጃዎች ለሳምንታት ሳይቁዋረጡ እየተወሰዱ ናቸው። በዚህም እርምጃ ቢያንስ የሶስት ዜጎች ህይወት ጠፍቷል። የሳውዲ ፖሊሶች ከኣገሬው ወጣቶች ጋር በመሆን ዜግነታቸው ከኢትዮጵያ በሆነ ስድተኞች ላይ የተለየ ኣስነዋሪ የጭካኔ ድርጊት ሲፈጽሙ በተቀረጸው የቪድዮ ምስል ታይተዋል። ይህ ሁሉ ሲሆን እነዚህ የሚደበደቡ፣ የሚገደሉና የሚደፈሩ ዜጎች የትውልድ ኣገር መንግስት የሆነው ወያኔ ኣፉን ሞልቶ ድርጊቱን ሲያወግዝ ኣልተሰማም።
እንደ ኢንዶኔዢያና ፊሊፒንስ ያሉ መንግስታት ዜጎቻቸው ከሳውዲ በሃይል መፈናቀላቸውን ተቃውመው ወዲያውኑ የቅሬታ መግለጫ በማውጣት የሳውዲን መንግስት ኣወገዙ። በሳውዲ የሚኖሩትን የሃገራቸው ስደተኛ ዜጎች ደህንነት ለማስጠበቅ ባላቸው ኣቅም ሁሉ እርምጃ ወሰዱ። የወያኔ መንግስት ግን እንዲህ ያለውን መንግስታዊ ሃላፊነት መወጣት ቀርቶ እንዲያውም የሳውዲን መንግስት ጸረ ሰብኣዊ መብት እርምጃ ለመደገፍ እየተሞዳሞደ መሆኑን በራሱ ላይ መስከረ። በኣገሩ ዜጎች ላይ ሳውዲ ውስጥ እየደረሰ ላለውና ኣለምን እያሳዘነ ለሚገኘው ውርደት ስሜት ኣልነበረውም። ወያኔ ዘንድ ዋጋ የሚያወጣው ለኣገሩ ዜጎች ክብር መቆም ሳይሆን ለሳውዲ ኢንቨስተሮች መሬት ሸጦ ኣልያም በነጻ ሸንሽኖ እየሰጣቸው በኣጸፋው በሚወረወርለት ጥቅማ ጥቅም የንዋይ ጥማቱን ማርካት ብቻ ነው። ዜጎች ኣገራቸው ላይ ሰርተው እንዳያድጉ በሰበብ ኣስባቡ ገፍቶ በማስወጣት እነርሱ ለቀው የሄዱለትን መሬት ዛሬ ዜጎቹን እየገደሉ ላሉት የኣረብ ጥጋበኞች ይቸበችባል። ይህ የኣንድ ጸረ ህዝብ መንግስት ትልቁ መለያ ምልክት ነው።
እንደ ሱዳን፣ የመን፣ ጅቡቲ፣ ሶማሊ ላንድ፣ ፑንት ላንድ፣ ኬንያና በመሳሰሉት ሃገራት ውስጥ ከረጅም ጊዜ በፊት ጀምሮ ከኢትዮጵያ በሄዱ ዜጎች ላይ የሚደርሰው የሞትና እንግልት ኣደጋ ተነግሮ የሚያልቅ ኣይደለም። ይህ ሁሉ ሲሆን ታዲያ የወያኔ መንግስት ከነዚያ የባእድ መንግስታት ጋር ተባብሮ ስደተኞቹን ማስገደል፣ ማሳሰርና ወደ ሃገር ቤት መልሶ ማሰቃየት ካልሆነ በስተቀር ዜጎቼ ብሎ ደርሶላቸው ኣያውቅም።
በጥቅሉ ሲታይ በባእድ ኣገራት ውስጥ በኦሮሞና ሌሎችም ብሄር ተወላጅ ስራ ፈላጊ ስደተኞች ላይ እየደረሰ ላለው ሰቆቃ ዋነኛ ተጠያቂው ባእዳኑ መንግስታት ሳይሆኑ ራሱ የወያኔ መንግስት ነው። በበርካታ ምክንያቶች ተጠያቂ ይሆናል። በመጀመሪያ ደረጃ ስደተኞቹን ገፍቶ ከሃገር እንዲወጡ በማድረጉ ይጠየቃል። በሁለተኛ ደረጃ ስደተኞቹ በደረሱባቸው ኣገራት ሰብኣዊ መብታቸው ተከብሮ እንዲሰሩ በኤምባሲዎቹ ኣማካኝነት ክትትል ባለማድረጉ ተጠያቂ ይሆናል። ሶስተኛ ደግሞ ስደተኞቹ በሚኖሩባቸው ኣገራት ሰብኣዊ መብቶቻቸውን ሲገፈፉ ፈጥኖ ደርሶላቸው ተገቢውን እርምጃ ኣለመውሰዱ ተጠያቂ ያደርገዋል።
ከሁሉም በላይ ግን ስራ ፈላጊዎቹ ዜጎች በገዛ ኣገራቸው ላይ ሰርተው ራሳቸውን እንዲችሉ በማበረታታት ምትክ ተስፋ ቆርጠው ስደትን እንዲመርጡ መገፋፋቱ ትልቅ መንግስታዊ ጉድለት ነው። ዜጎቹ ኣገራቸውን ለቀው ኣንዳይሄዱ ለማድረግ ከፖለቲካ ተጽእኖ ነጻ የሆነ የስራ እድል ማመቻቸት መንግስታዊ ሃላፊነቱ ነበረ። ሁሉም ዜጎች በሚኖሩባቸው ክልሎች ከማናቸውም የፖለቲካ ኣመለካከቶች ነጻ የሆነ ሰርቶ የመሻሻል እድል ማግኘት መብታቸው ነበር። ወያኔ ያንን የዜግነት መብታቸውን ቀማ። ለምሳሌ የኦሮሞ ተወላጆች በክልላቸው ኦሮምያ ውስጥ ባለው የተፈጥሮ ሃብት ተጠቅመው ሰርተው መሻሻል ይችሉ ነበር። በእርሻ፣ በከብት ርቢ፣ በንግድ እንዲሁም በሲቪል ኣገልግሎቶች መንግስታዊና መንግስታዊ ባልሆኑ መዋቅሮች ውስጥ ያላንዳች የፖለቲካ ተጽእኖ ተሰማርተው ራሳቸውንም ሆነ ኣገራቸውን መጥቀም ይችሉ ነበር። የወያኔ መንግስት ግን እነዚህን መሰል የስራ እድሎች ነጥቆኣቸው ለስደት ህይወት ዳረጋቸው። በስመ እንቬስተርነት የራሱን ካድሬዎችና ሰላዮች መልምሎ በሚሊዮን የሚቆጠር ገንዘብ ኣሸክሞ ክልሎች ላይ በማሰማራት የስራ እድሉን ነጠቃቸው።
የዚህ ችግር መንስኤ ራሱ የወያኔ መንግስት ኣድሎኣዊ ኣሰራር እስከሆነ ድረስ የችግሩ መፍትሄም በራስ ኣገር ላይ ሰርቶ የመኖርን መብት የቀማውን ስርኣት ታግሎ የራስን መብት ማስከበር ብቻ ነው። የነዚህ ስራ ፈላጊ ስደተኞች ችግር ላይ ላዩን ሲታይ የኢኮኖሚ ችግር ይምሰል እንጂ መሰረቱ ግን ኣገር ቤት ላይ የሚደርሰው የፖለቲካ ጫና መሆኑ ታውቆ የፖለቲካ መፍትሄ ሊያገኝ ይገባል። ጎሮቤት ኣገራትና መካከለኛው ምስራቅ ውስጥ ስራ ፍለጋ ሲንከራተቱ የተገደሉ፣ የተደበደቡ፣ ለኣካል ጉድለት የተዳረጉ፣ የታሰሩና በሃይል ተይዘው ወደ ኣገራቸው የተመለሱ የኦሮሞና ሌሎች ብሄሮች ተወላጅ የሆኑ ዜጎች በሙሉ ራሳቸውን መጠየቅ ያለባቸው ጥያቄም ይሄው ነው። ኦሮምያ ላይ ሌላው ሰርቶ በኣጭር ጊዜ ውስጥ ሚሊዮነር ሆነ ሲባል እኔ ለምን ኣገሬ ላይ ሰርቼ ማደግ ተሳነኝ? ለምን ለስደት ህይወት ተጋልጬ በባእድ ኣገር ላይ ተዋረኩ? የሚሉትን ጥያቄዎች ራሳቸውን ጠይቀው ምላሹንም ማግኘት ይገባቸዋል። የጥያቄዎቹ ሁሉ ምላሽም ግልጽ ነው። ከለምለሟ ኣባት ኣገራቸው ላይ ኣፈናቅሎ ለስደት የዳረጋቸውና ለራሱ ዘርፎ እየከበረበት ያለው ራሱ የወያኔ መንግስት ነው። ይሄ ምንም ጥርጥር የለውም። ይህን ሁኔታ ለመቀየር ታግሎ የሃገር ባለቤትነት መብት ማረጋገጥም ብቼኛው መፍትሄ ይሆናል።
ድል ለኦሮሞ ህዝብ!
የኦነግ ኢንፎ ዴስክ
ህዳር 20/ 2013
Godaantota Biyyoota Ambaa Keessatti Balaa Mudataniif Kan Itti Gaafatamu Sirnuma Biyyan Bulcha Ofiin Jedhu Wayyaanee ti
Ilmaan Oromoo fi sabaa fi sablammoota biroo biyya keessatti hojjetatanii guddachuu dadhabuu irraa baruma baraan biyyoota ollaa fi fagootti godaanu. Kana keessatti lakkoofsi ilmaan Oromoo haalaan guddaa dha. Irra guddaan isaanii karaa seeraan alaatiin biyyoota ollaatti godaanu. Biyyoota ollaa irrattis dhiibbaa sirna Wayyaaneetiin nageenya

Tuesday, November 19, 2013

Ethiopian workers beaten, robbed in Saudi Arabia


e34d90cd
November 19, 2013, ADDIS ABABA (BD Live) — When Abdallah Awele moved to Saudi Arabia from Ethiopia last year, he thought he would land a good job and earn enough money to send home to his family.

But instead, Mr Abdallah, 21, said he was beaten, robbed and jailed for living in the country illegally. “I wanted a good salary and a good life, that’s why I crossed the border,” he said.
“When I was in Saudi Arabia, I was successful, I was saving a lot of money and I had nice things. But I lost all of it. Now I am home and I won’t go back there.”
Mr Abdallah was one of at least 23,000 Ethiopians living illegally in Saudi Arabia, and one of a group of close to 400 flown home on Friday after being expelled.

Let no one Rob you of your Identity

By  Roba Pawelos*                                                                                | November 19, 2013
In Psychology and Sociology, Identity is a person’s conception and expression of their individuality or group affiliations (such as national identity and cultural identity). The concept is given a great deal of attention in social pyschology and is important in place identity.
In Ethiopia, the identity of one have to be told thousand times but ignored for the others, must be praised too much for one but have to be abused and humiliated for others, positive to talk about it for one and unspoken taboo for the others, the conept seems a difficult one to understand but not in reality. Generally, weather we like it or not human dignity, freedom, independence and the like must be build on the base of the recognition of his own or her own identity.

Monday, November 18, 2013

Roorroo Abbaatu Dhoowwata!

Roorroo Abbaatu Dhoowwata!

Sadaasa 9, 2013
Jiituu Lammii – Unbarsiitii Finfinnee
“Karaa nama yartuu sareen abidda qaqqaammatti.” jedha Oromoon yoo mammaaku. Akkaataa duudhaa Oromoottii, Uumaafi uumamni, jiruufi jireenyi, hangafaa quxusuun, dufaa darbaan, dhiyaa bariin,…. Hunduu safuu qaba. Safuutti bula. Kanaafidha hagamuu jaalatanillee kan sareen gulantaa ol tarkaanfattee namaan qixxee abidda bira hinteenyeef. Kun safuudha! Safuu sabaa eegun ammoo matuma isaattuu ammas safuudha. Kanaaf safuudhaan safuu keessa jiraatu. Maammaaksa olii yoo ilaallu irra keessoon isaa safuu kana tiksuuf. Keessa isaatti garuu dhugaa fageessee akeekutu jira.

Disappearances of Oromo Nationals by The Ethiopian Government: November 2012 to November 2013

                                                            Qeerroo’s Annual Report
November 17, 2013
QEERROO
The current Ethiopian government has continued widespread mass arrests, unlawful killings, and disappearances of innocent civilians its citizens over the last 21 or so years. Among the communities highly affected by such repression and oppression of the regime, the Oromo people is probably rated as number 1. Oromos have been unable to live in their country in peace since they fell under the rule of the current minority Ethiopian regime. This report partially captures the list of Oromos who have been unlawfully arrested, killed, or disappeared over a period of one year from November 2012 to November 2013, compiled by the National Youth Movement for Freedom and Democracy (NYMFD) aka Qeerroo.

Friday, November 15, 2013

Ethiopian ambassador refuses to apologize for events Manfouha ..!!


Ethiopian Ambassador to the Kingdom rejected Mohamed Hassan to submit a formal apology to the Saudi government by the actions of a number of offenders is responsible Ethiopian and إثارتهم case of rioting and vandalism Manfouha district in Riyadh that killed and wounded dozens over the past few days .

Arrests at anti-Saudi protest in Ethiopia


Novermber 15, 2013 (Aljazeera) — Police in Ethiopia have arrested dozens of people outside the Saudi embassy in the capital Addis Ababa in a crackdown on demonstrators protesting against targeted attacks on Ethiopians in Saudi Arabia.

Yuunivarsiitii Arbaminc keessatti diddaa jabaan Wayyaanee mudate. Waraanni Wayyaanee gara jabinaan barataa Oromoo rasaasaan rukkutan

Sadaasa 15,2013 Arbaminc
OromiaALutaContinua2011FDGBarataa Saamu’eel Dassaaleny barataa electriclal Engineering waggaa 4ffaa badii tokko malee rasaasaan reebame.
Impaayera Itoophiyaa keessatti gaaffiileen mirga namummaa fi Dimokiraasii gaafatamuu kan eegalaman sirni bittaa cunqursaa kun erga gadi of dhaabee kaaseeti. Gaaffiiwwan mirgaa abbaa biyyummaa kanneen gaafachuu keessatti qoodni barattoota Oromoo guddaa dha.

Call for Demonstration at Saudi-Arabien Embassy in Germany, Concerning Human Right Violations against Oromos and Nation and Nationalities of Ethiopians in Saudi Arabia

callfordemo
A Protest demonstration will be organized by Union of Oromo Students in Germany(UOSG), the concerned Oromo Communities, and Ethiopian nations and nationalities in Germany and will  take place in front of the Saudi Arabia consulate in Frankfurt am Main, Germany.

Germany,Frankfurt Main

Date: Thursday, Nov. 21,2013

Time: 13:00 -17:00

Place: Demonstration Starts from Haupt Bahnhof (main train station) up to Generalkonsulat des Königreichs Saudi-Arabien, Friedrich-Ebert-Anlage 49,

Ethiopian police crackdown on anti-Saudi Arabia protest following migrant worker attacks


Foreign workers wait before boarding police buses transferring them to an assembly centre prior to their deportation on November 14, 2013 in Riyadh (AFP, Fayez Nureldine)
Foreign workers wait before boarding police buses transferring them to an assembly centre prior to their deportation on November 14, 2013 in Riyadh (AFP, Fayez Nureldine)
November 15, 2013, ADDIS ABABA, ETHIOPIA (AP) –  Ethiopian police have used force to disperse hundreds of people protesting against targeted attacks on Ethiopians in Saudi Arabia.
Police units Friday blocked roads to prevent the protest at Saudi Arabia Embassy from growing. Some two dozen people were detained.
The police forced some journalists to delete photos. The government’s spokesman, Shimelis Kemal, wasn’t immediately available for comment.
One protester, Asfaw Michael, who was beaten, said he didn’t understand why Ethiopia wanted to shield Saudi Arabia from the protest.
Many foreign workers in Saudi Arabia are fleeing or are under arrest amid a crackdown on the kingdom’s 9 million migrant laborers. Close to 500 Ethiopians have been repatriated.

Wednesday, November 13, 2013

Ibsa Ijjannoo hirmaattota Miseensoota TBOJ fi Hawwasa Oromoo Biyya Jarmani, Frankfurt

Sadasaa 10 bara 2013
Guyyaa FDG Tokkummaa Barattoota Oromoo
Jarmanii (TBOJ) Sadasaa 10 bara 2013 saatii 13:00 irraa egalee waaree
booda amma saatii 19 :00 magaalaa Frankfurt, galma Universitii Joon
Volfigaang kessatti haala owwan geggefame milkiin xumuramee jira.
Kaayyoon waligayii: 1ffaa Guyyaa FDG kabajinee ooluuf akkasumas
waadaa QBOf gale haaromffachuuf fi QBO waan dandeenyen uttubuuf
2ffaa haala qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) yeroo ammaa irratti
mariyatuun hubannoo siyasaa argatuu ture…

Saudi Arabia: Extreme Brutality against migrants From Ethiopia


HRLHA Appeal and Urgent Acti
HRLHA Fine
on

November 13, 2013
For Immediate Release
Honorable ABDULLAH bin Abdulaziz Al Saud, King of Saudi Arabia;
Custodian of the Two Holy Mosques
Riyadh, Royal Court: 1-488-2222, Jeddah: 2-665-4233
Taif: 2-736-5200, Makkah: 2-823-4111, Madinah: 4-857-2500
His Majesty King Abdullah bin Abdulaziz,
Upon the expiration of the three months extended deadline for migrant workers to renew their residency and employment status ( November 4, 2013), thousands of migrant workers in Saudi Arabia most of whom believed to be from Ethiopia were apprehended in various regions of the Kingdom by Ministry of Labor inspection squads formed for this purpose under the pretext of flushing out workers who violate rules regarding work and residency permits.

Yaadannoo FDG uummata Oromo waggaa kanaa Kuta Iskaandinaaviyaatti sadaasa (Nov) 9 bara 2013

Yaadannoo FDG uummata Oromo waggaa kanaa Kuta Iskaandinaaviyaatti sadaasa (Nov) 9 bara 2013 magaalaa Oslootti walgahii hawaasaa fi qophii aadaatiin yaadatamee oolee. Keessummaan J/ Daawud Ibsaa HD- ABO fii Hoogganoota adda addaa; kan irratti argaman milkiin xumurammee jirra

38,000 Ethiopians now legal maids; not sorcerers, says ambassador

Saudi Gazette report
 
ABHA — The Ethiopian ambassador claimed 38,000 Ethiopians have corrected their residency status and described accusations that housekeepers from the country were sorcerers as incorrect, Al-Sharq newspaper reported.

Tuesday, November 12, 2013

Three Ethiopians immigrants killed in Saudi Arabia


Foreign workers gather outside Saudi immigration department as they try to get visas and legalize their work situation, on November 3, 2013 in Riyadh. (Photo: AFP - Fayez Nureldine)
Foreign workers gather outside Saudi immigration department as they try to get visas and legalize their work situation, on November 3, 2013 in Riyadh. (Photo: AFP – Fayez Nureldine)
November 12, 2013, Addis Ababa (AFP) — Three Ethiopians have been killed in Saudi Arabia when violence broke out between police and illegal immigrants preparing to return home, Ethiopian officials said Tuesday.
Each year, large numbers of Ethiopians move to the Middle East looking for jobs, often as domestic workers. Saudi Arabia is among the preferred destinations.
“The act of killing innocent civilians is uncalled for, we condemn that,” Foreign Ministry spokesman Dina Mufti told reporters, saying he had been informed of the death of three Ethiopian citizens.
Ethiopia announced last week it would repatriate its citizens illegally living in Saudi Arabia after a seven-month amnesty period allowing immigrants to gain legal status expired.

Letter on Attach on Refugees and Laborers in Saudi Arabia


Mardaasa Addisu
Secretary of Macha Tulama
Cooperative and Development Association, USA

 November 12, 2013

Dear Prince Naif Ibn Abdul Aziz Al-Saud
Ministry of Interior
Kingdom of Saudi Arabia

Minister of Agriculture
Kingdom of Saudi Arabia

My name is Mardaasa Addisu My name is Mardaasa Addisu, an Oromo American, who is part of an international group advocating for Oromo rights.

Ethiopia: Journalist’s Plight Evokes Apartheid ‘Terrorism’ Law

   By Zakes Mda 
November 12, 2013 (All Africa) — The continued detention of Ethiopian journalist Eskinder Nega, who is serving an 18-year sentence as a convicted terrorist in Kaliti prison outside Addis Ababa, is emblematic of the systematic harassment and incarceration of independent journalists in that country.

“ABOn lola ittisaa irraa gara jijjiirraa fiduutti tarkaanfachaa jira,” Jaal Daawud Ibsaa


(Oromedia, 12 Sadaasa 2013) Ayyaana FDG bara 2013, Canada, Torontotti kabajame irratti karaa toora skype sududaan dhiyaatanii ibsa kallattii haala ABOn keessa darbee fi yeroo ammaa keessatti argamu kan kennan Hayyuduree ABO, Jaal Daawud Ibsa, ABOn duula badiinsaa itti aggaammatame karaa hedduu ofirraa qolachuun qabsoo hidhannoo fi diplomaasii jijjiirraa hundee fidu gaggeessuutti akka jiru yaadachiisaniiru.

Keessayyuu, baroota 1990moota keessa duulli itti baname kan sadarkaa olaanaatti jireenya dhaabichaa qormaata keessa galche ta’uu kan ibsan Jaal Daawud, haleellaa fi shiroota sadarkaa

Sunday, November 10, 2013

Sadaasi 9, Yaadatnoon FDG Yuuniversitii Finfinnee fi Ambo Keessatti Bifa Addaan Kabajame

Sadaasa 10,2013 Gabaasa QB Finfinnee 

DSC01251Sadaasa 9 Guyyaa Yaadannoo FDG hundeeffamma yeroo 8ffa Oromiyaa bakka adda addaatti kabajame oolera. Madda gabaasaa adda addaa Yuuniversitiiwwan irraa nugahan walitti qabaadhaan kan dhiyaatu yuuniversitii Finfinnee fi Yuuniversitii Amboo irratti guyyaan haraa guyyaa itti barataan Oromoo qabsoodhaaf waamicha waliif godhee jiruudha.

Ethiopia: Absolute power corrupts absolutely

            By Berhane Assebe Alehudres                                                    | November 10, 2013
Berhane Assebe Alehudres
Berhane Assebe Alehudres
I believe absolute power corrupts absolutely because of the examples in history and our modern world. This can be seen in communist countries, Africa states and South America. All communist countries have been affected by corruption in one way or another. Famous examples include China, Russia, North Korea and Cuba. In Africa, corruption and absolute rule is wide spread in places such as: Ethiopia, Uganda, Sudan, (…,). There was also corruption due to absolute power found in the renaissance/colonial times. Today throughout the world`s developing countries, there are many examples of absolute power corrupting absolutely.
Absolute power and corruption are very common and famous enough in Ethiopia. Today in Ethiopia TPLF killed thousands of Ethiopian, destroyed much of their peoples’ culture, damaged the economy, restricts freedom of speech, cracks down on any who oppose their rule in order to stay in power and persecuted people base on their race, religion and political opinion.

Urgent !!! Urgent !! Assistance…

            Abdulkadir Noor Gumi                                  | Sadaasa 10, 2013
Namoota Su'ud Arabiyaa irraa baqatee gara biyyatti galaa jiran
Namoota Su’ud Arabiyaa irraa baqatee gara biyyatti galaa jiran
Ilmaan Oromoo biyyaa Awropaa fii Ameerikaa kan jiraattan, akkasuma kan Australia jiraattan hundii keesanuu , isaan  kanneen carraa jiruu argattanii biyyaa nagaa jiraattan hundii keesanuu, carraa argattanii  mirgi namummaa keesan isaniif  eeggamee jirru dirqama lammummaa kan Oromummaa akka baatan marii hatattamaa roorroo Obboleeyan kanneen Gabrummaa warra Itoophiyaa jalaa baqatanii lubbuu ofii baafachuufi biyya Saudi Arabiyaa, Masrii, South Africa , Kenyaa, Djaboutii, Somaliland, Yemen jiraatanratti  yeroo adda addaa rakkoon irraatti argamtee jirtuu tana Embasii biyyootaa kanaa kan akkaa Saudii Arabia, Kenyaa, Masrii kan biyyoota isan  keeysatti argamtan duratti hiriira bahuun  balaaleyfachuu fii lubbuu ilmaan Oromoo kan isaan jalatti baqatanii osoo jiranii ajjeechaa fii roorroo Nama suukanneeysitu Tana akka irraa gaafatamuu

Saturday, November 9, 2013

For Africa Media Leaders, Press Freedom Isn’t Top Concern


Mourners carry the body of Somali journalist Mohamed Mohamud who was killed after being shot six times by gunmen, Oct. 27, 2013
Mourners carry the body of Somali journalist Mohamed Mohamud who was killed after being shot six times by gunmen, Oct. 27, 2013
November 9, 2013, ADDIS ABABA (VOA) — African media leaders concluded a three-day conference in Ethiopia Friday, where press freedom was not on top of the conference agenda, even though many journalists on the continent face restrictions and repression.
Conference organizers said their core focus was on business development, technology innovation, and leadership and ethics. They believe discussions on the business side of media will automatically result in debates on press freedom.
Alison Bethel of the International Press Institute finds it worrisome that the African Media Leaders Forum did not prioritize the issue of press freedom.