Monday, May 19, 2014

Mootummaan Abbaa Irreee Barattoota Oromoo Adamsee Ajjeesuu, Hidhuu , Gara Dabarsuu fi Biyya Irra Ari’ee Wararsuu Toofta Godhatee Jira.‏

Caamsaa 17/2014  Gabaasa Qeerroo Jimmaa

Qeerroo bilisummaaGochaan gara jabinaa mootummaa Abbaa irree Wayyaanee FDG dhaabuu hin dandeenye, humnootni tikaa Waraanaa fi Poolisootni mootummaa abbaa irree Wayyaanee barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Jimmaa hordofanii ukkamsuun mana hidhatti galchuu jabeessuun itti fufe.

Sunday, April 27, 2014

Dispossession, Annexation – TPLF’s Strategic Goal

April 28, 2014
Dispossession and annexation of land from the Oromo people and other people of Ethiopia is part of TPLF’s original play book or master plan. Once they changed their strategy from seceding from Ethiopia to ruling Ethiopia, they were determined to dispossess the Oromos of their ancestral land.
As everybody knows, the land policy in Ethiopia is that it does not belong to anybody but to the Ethiopian state. Who rules the Ethiopian state? -the TPLF regime rules it. In effect, they have made sure that all the land belongs to them and they have ascertained this legally. They have created this legal pretext to evict anybody they want.
Their focus has mainly been the Oromo farmers. Under the guise of development, they have displaced thousands of Oromo farmers without any compensation forcing them to become beggars or laborers on their own ancestral land.

FDG Gootota Barattoota Oromoon Qabate Itti Fufuun Har’as Yuuniversitii Wallagga Keessatti Haalaan Jabaate. Barattooti Oromoos Waraana Wayyaanee Agaazii Jedhamun Reebaman




FDG1
geeFDG@
Gabaasaa: Ebla 27/2012 FDG Gootota dargaggoota Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Wallaggaa jabaatee itti fufuun guyyaa har’aa Ebla 27,2014 falmaa jabaa keessa oolan.Goototni barattootni Oromoo gaaffii keenyaaf deebiin nuu kennamuu qaba jechuun guyyaa lammaffaa ganama irraa eegaluun dhaadannoo dhageesisa turanii jiru.

Monday, April 21, 2014

Shallamoo Immaanaa itti gaafatamaa humna tikaa Wayyaanee godina Jimmaa Dabalatee Qondaaloti Tikaa 5 Mooraa Yuuniversitii Jimmaa Keessatti Ramadaman. Gaaffiin Barattoota Oromoos Itti Fufe

images.jpg111
Ebla 20/2014 Dargaggoonni Baratootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa gaaffii mirgaa karaa nagaa 

gaafataniif deebiin humna waraanaa fi poolisa federaalaan seeraan ala mooraa Yuuibarsiitii galchuun reebsisuu, humnaan doormii battoota cabsiisiisani galchuun hidhatti guursisuu ta’e.

Gaaffii Mirgaa Barattooti Oromoo Yuuniversitii Jimmaa Gaafataniif Deebiin Mootummaa EPREF Irraa Kenname Hidhaa fi Reebicha Ta’e.

Ebla 21,2014 Gabaasa  Qeerroo Jimmaa

BilisummaaGaaffii Mirgaaf Deebii Hidhaa fi Ajjeechaa Keennuun aadaa Mootota Itiyophiyaati
  1.  Barataa Abdii Turaa mummee Seeraa waggaa 5ffaa mooraa Main Cumpass irraa,
  2. Barataa Moo’iiboon Baqqalaa , mummee health officer waggaa 2ffaa ”           ”
  3. Barataa Leejjisaa Alamayyoo muummee  water and environmental resource engineering waggaa 3ffaa  mooraa Saayinsii fi Technology kittoo irraa
  4. Barataa  keenediin Mummee Civili Engineering waggaa 3ffaa         ”                        ”
  5. Barataa Darragaa Abdiisaa , mummee civil Engineering waggaa 3ffaa    ”’             ”’
  6. Barataa  Dhabasaa Jaatamaa, mummee veterinary medicine waggaa 6ffaa mooraa Agriculture irraa.

Thursday, April 17, 2014

The OLF Condemns the Acts of Ethnic Cleansing Perpetrated against the Oromo People by the TPLF-led Regime in Finfinnee (Addis Ababa)


oromoliberationfront.info | April 17, 2014
We are gravely concerned that the Tigray People’s Liberation Front-led (TPLF) regime has, once again, intensified its policy of cleansing the Oromo people from Finfinnee, the capital city of Oromia, and the surrounding districts.
The regime first created the so-called Oromia Special Zone in 2008 and since pursued a relentless systematic removal of the indigenous Oromo people from their ancestral land in the name of “land for investors”, with the sole purpose of forcefully usurping and controlling Oromo land and resource.

Qeerroo Yuuniversitii Adaamaa Gaaffii Mirgaa Kaasan Itti Fufuun Xalayaa Iyyatnoo Tamsaasan

ERGA CALLISUUN KEENYA NU TOLLEE

HAA FALMANNU NU WALII GALLEE!!

Diddaa
Jaallannee ,filannee miti!,callisanii buqqee tauu mannaa dubbatanii bubbee tauu wayya jedha Oromoon kaleessaa.Duula waliif waliin kaana jedhamu kan roorroon hiriyaa hin qabne shin mootummaa gabroomfataa habeshaa Oromoo irraatti gochaa ture, haa caaluu immoo yeroo amma kanatti gabrummaa gita hin qabne duula duguuggaa sanyii haalaa fi kallattii hin qabne tae jedhamee itti yaaddamee deemamaa jiru Oromoos taee diinni warreen alagaa karaa karaa isaatiin ifatti beeku.Haa tau malee beekuun Oromoof yeroo ammaa kanatti hiikaa hin qabu.shiraa fi danqaa diinni hirriba lagatee halkanii guyyaatti afarftu kanatti dammaqee humnaan diinaa cabsuu dandau hidhatee of qopheessutu irraa eegama.