Ebla 3,2014 Yuuniversitii Jimmaa Irraa

Yeroo ammaa kanattis barruun “ Hinquu” jedhamu biyya Itoopiyaa keessatti dhaabbiilee barnoota ol-aanoo biyyattii hunda irra
raabsamuun Library Yuuniversitootaa fi manneen barnootaa keessatti tamsaasamaa jira.Barruun kun kan chaappaan irratti rukutame yeroo ta’u kan guutummaatti saba Oromoo akka sabaattis ta’e akka biyyaatti mirgaa fi eenyummaa isaa xiqqeessuun maxxanfame.
Yuuniversitii Jimmaa Social Library keessaa hogganis Qeerroo godina dhihaa waan argee fi dubbise akka dhaametti barruu kanatti maxxanee jiru qalbiin dubbisuun ilmaan Oromoo irraa eegama.
No comments:
Post a Comment