Tuesday, March 4, 2014

Waamicha Kabaja Ayyaana Guyyaa Dubartoota

amicha Kabaja Ayyaana Guyyaa Dubartoota

idoa iowo
Ijaarsa Dubartoota Oromo Washington DC fi Naannoo irra
Ijaarsi Dubartoota Oromo Washington DC fi Naannoo , Uummata Oromo Washington DC, Maryland fi Virginia jiraattan hunda fi kabaja Guyyaa Dubartoota Addunyaa Bitootessa/March 8, 2014 waliin kabajuf akk irratti argamtanif waamicha dabarssa.

Oromon hundii maatii walin kabajachuufi akkasumas wa’e barnoota afaani irratti walin mari’achuuf waamicha kana irratti akka nuu argamtanii kabajaan Uumma Oromo hunda afeerra.
Teesson: Mana Hawassa Oromo Washington D.C.
6212 3rd
Street NW 
Washington DC, 20011 
Yeeroon : waarree booda sa’a 4:00 pm-9:00 pm

IDOWDCfi Naannoo.
More: PDF                      source ( http://ayyaantuu.com/horn-of-africa-news/waamicha-kabaja-ayyaana-guyyaa-dubartoota/   )

No comments:

Post a Comment