Guyya kaleessa wanni nannoo arsiitti hojjatame hedduu nu gaddisiisa, lubbuun namaa badii tokko malee bahuunis hedduu nutti dhagahama. mee yeroo tokko obboleeyyan keenya kan du’aniif du’aaii haa goonuu…. yaa rabbi !!! qabrii isaanii ibsi, caffee jannataa isaaniif godhi, gaafii nakiirii fii munkar laaffisiif , guyyaa qiyaamaatis shahiidootaa akka hamzaa faa wajjiin isaan kaasi , jannatul firdows mana isaaniif godhi !!!
No comments:
Post a Comment