BEEKAN GULUMMAA | Hagayya 5, 2013
oromummaa
Kabajamoo Lammiikoo Mee Qabxiilee armaan gadii kana ija qalbiitiin naaf ilaalaamee….Ani akkas jedheen yaade.  Amma tokkoo tokkoosaarratti yaada qorannoofii gadifageenya qabuun yoo deggarre, gara kitaabaatti guddisuu hindandam’uu laata?   Mee qabxiileen kaase kana yoon irraa kaadhes nasirreeffadhaati tokkoo tokkoo dhimma maqaa dha’ame kana keessaa kan muuxannoo xiqqoollee haataatu irrattan qabaa kan jettan mee barreeffama fuula tokko lamallee haataatuuti yaada ka’umsaa naaf taatiiti waa naaf dhaamaamee…Gumaacha gootaniif bu’aansaa daangaarra darbaadha…Oromoo Guddichaaf!

–Guutuu Dokumentif kana tuqi PDF       source   ( http://ayyaantuu.com/horn-of-africa-news/oromia/kitaaba-fuula-1000-qabu-hintauuree/  )