Tuesday, August 20, 2013

Hidhamuu ilmaan Oromoo Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Mattuu Ganda Qonnaan Bulaa Burruusaa

Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa mattuu ganda Qonnaan Bulaa Burruusaati guyyaa ayyaani sooma hikaa ummata Islaamaa kabajemee oole Sababa xalayaa Waraaqsa kakaasu facaafatan jedhuun Dargaggootin
1.Taaraqanyi Damissee
2.Garramuu Tolosaa
3.Abdurahamaan Mahaammad
4.Anuwaar Kaliifaa ( Hojjetaa Misoomaa gandichaa)
5.Tamaam Yaasin
6.Misbahudiin Bashir
iluu abbaa booraa
7.Kadir Eeliyaas jedhamanu to’annaa jala oolanii Konkolaataa Poolisaa Toyota HILUX ti fe’amuuf gara Qajeelcha Poolisa Godina Iluu Abbaa Boiraatii geeffamuu isaanii ragaan suuraan deggarame nu gahe ibseera.suuraalee kanaaf xalayaa ni faca’e jedhamee sobaan dargaggootin kun ittiin yakkaman. suuraa isin as irratti argitanu kun yeroo Oromootin Qulqulluun kun Ergmatoota Sirna TPLF Magaalaa Baadiyyaa Burruusaa keesaa fe’amaa jiranu kan argisiisudha.Share this:    source  ( http://www.bilisummaa.info/2013/08/20/hidhamuu-ilmaan-oromoo-godina-iluu-abbaa-booraa-aanaa-mattuu-ganda-qonnaan-bulaa-burruusaa/ )

No comments:

Post a Comment